“Diinnikoo tokko suma kan du’u; warri akka keetii jiraachuu caalaa yoo du’an irra wayyaafi,” jetti Birrooleen gara mirgaatti garagaltee ciisuuf yaalaa.
"Wangeela kana keessaa Abboommiin saamaa, gonofaa, jedhu eessaa?”
kitaaba ifa guyyaa arga jedhame hin yaadamnee— hanga, gaaf tokko, Birroleen argatutti.
Haasaa adeeroo fi Hacaaluu Hundeessaa.
"Soba liqimsitanii, madaa durii keessan dhiigsitanii diina keessan hin gammachiisiinaa."