“Mataatti nu dhukaasu, qabsoo keenya garuu onnee keenya keessa akka jiru hin hubanne.”
Addis Standard KFO fi ABBO’n waamicha mana maree bakka bu’oota uummataan dhiyaateef irraa akka hafanii fi ABO dhaaf ammoo waamichi akka hin taasifamne mirkaneeffate.