Walaloo
Waloo fi proofessarri ogbarruu Palastain, Dr. Refaat Alareer, haleellaa xiyyaaraa Muddee, gaafa 7, 2023 Israa’el haleelteen inniif obboleessi ’saa, akkasumas obboleettiinsaa fi ijoolleenshee afur du’uunsaanii gabaafameera.
“Abbaankee eenyuu” yeroo gaafatamtu
“Essumikoo fardaam…
Horiin hin horamu
Yookaan tola hin coomu…
“Wangeela kana keessaa Abboommiin saamaa, gonofaa, jedhu eessaa?”
Haasaa adeeroo fi Hacaaluu Hundeessaa.
Get the latest from Curate Oromia straight to your inbox