14.5 C
Addis Ababa
Saturday, September 7, 2024

Atis dhuftee, adeeroo?

“Atis dhuftee, adeeroo?
Guddaa angafa koo.
Qooree jiraa laata
imimmaan saba koo?
Qeerroofi qarreen biyyaa,
maal sitti dhaamanii?
Gumaa koo baasanii?
Siidaa koo dhaabanii?
Gaaffiin Oromoo koo
inni waggaa dheeraa
erga ani deemee
deebii argateeraa?”

Read more

Walaloo Zalaalam Abarraa: Hooda Rirriittu eele—የማሰሻው ትንግርት

“Abbaankee eenyuu” yeroo gaafatamtu “Essumikoo fardaam...

Hormaata Horii

Horiin hin horamu Yookaan tola hin coomu...

Barsiisaan Kana Hinjedhu-ይህን አይልም መምህሩ

"Wangeela kana keessaa Abboommiin saamaa, gonofaa, jedhu eessaa?”